Kutaa magaalaa Booleetti ijaarsa warshaalee daabboo 3’f dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Booleetti ijaarsa warshaalee daabboo 3’f dhagaan bu’uuraa kaa’amuu ibsame.
Warshaaleen kunneen deeggarsa abbootii…