Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti duulli talaallii beelladootaa eegalame Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti duulli talaallii beelladootaa daangaa ce’aa bakka hoggantoonni mootummaa naannoo fi Federaalaa argamanitti ifatti eegalame.…
Oduu biyya keessaa Miseensonni raayyaa ittisa biyyaa duraanii naannoo Kibbaarraa walitti babba’aan raayyaa ittisaatti… Obse Wakgari Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Miseensonni Raayyaa ittisa biyyaa duraanii fi milishoonni naannoo saboota, sablammoota fi ummattoota Kibbaarraa walitti babba’aan guyyaa har’a adda…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Nagallee Arsiitti shakkamtoonni garee shororkeessitootaa to’ataman Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Magaalaa Nagallee Arsiitti shakkamtoonni garee shororkeessitootaa to’atamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa bulchiinsa magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaatti Hiriirri balaaleffannaa Shororkeessitoota garee ABUT fi Shanee geggeeffame Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) –Godina Wallagga Lixaatti Hiriirri Balaaleffannaa Shororkeessitoota garee ABUT fi Shanee dhaadannoo garaagaraa dhageessisuun gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalichaa deeggarsa duula birmadummaa biyyaaf taasisuu cimsee akka itti fufuu… Obse Wakgari Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee deeggarsa duula birmadummaa biyyaaf taasisuu cimsee akka itti fufuu Manni Maree Waloo Paartiilee Morkattootaa Magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi deeggarsa yuunvarsiitiiwwan irra walitti qabe Hospitaala Koompireensiiv… Obse Wakgari Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa deeggarsa yuunvarsiitiiwwan irra walitti qabe Hospitaala Koompreensiiv Ispeeshaalaayizdi Bishooftuutti…
Oduu biyya keessaa Invastimantiin damee barnootarratti taasiifamu guddachuu qaba – Preezdaant Saahilawarq Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Invastimantiin damee barnootarratti taasiifamu guddachuu akka qabu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan. Preezdaant Saahilawarq walga’ii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Ityoophiyaa gidduseentummaa alaan hiikuun hin danda’amu – Dippiloomaatoota Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Rakkoo Ityoophiyaa giddugaltummaa alaan hiikuun kan hin danda’amne ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroonnii Ameerikaa duraani Tiiboor Naazhi fi…
Fayyaa Talaalliin vaayrasii koroonaa Faayzar namoota umriin isaanii waggaa 12 fi isaa ol ta’eef laatamuu… Obse Wakgari Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa Faayzar namoota umriin isaanii waggaa 12 fi isaa ol ta’eef laatamuu eegaluufi jedhameera. Ministirri Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad. Tokkoon tokkoon keenya milkaa’iina Ityoophiyaaf qooda qabna.…