Dhaabbanni maqaa “Yuunivarsiitii Beekumsa Biyya Keessaa Ityoophiyaa” jedhuun hundaa’e hinjiru- ATBLF
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Barnootaa Fi Leenjii Federaalaa maqaa “Yuunivarsitii Beekumsa Biyyaa Keessaa Ityoophiyaa” jedhuun dhaabbanni hundaa’e akka hinjirre…