Oduu biyya keessaa Ibsa koree waloo nageenyaa fi tasgabbiirra laatame Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaanni Injifannoo Adwaa yeroo 126ffaaf guyyaa boruu mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’…
Uncategorized MM Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Gootoonni abootii fi haadholii…
Fayyaa Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii Faayzar doozii kuma 840 ol taasiste Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa “ Faayzar” jedhamu doozii kuma 840 fi 60 taasiste. Waashingitan Ityoophiyaatti tattaaffii…
Oduu biyya keessaa Miisiyoonichi lammiileen Ityoophiyaa 139 gara biyyaatti akka deebi’aniif deeggarsa taasise Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Miisiyoonichi Ityoophiyaanota 139 karaa seeraan ala gara Afrikaa Kibbaatti imaluuf daangaa keeniyaa ce’uun Keeniyaa galan gara biyyaatti akka…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa yeroo rakkisaa keessattis bu’a qabeessumaasaa itti fufuu ibsame Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Gareen Daandii Qilleensa Ityoophiyaa yeroo rakkisaa keessattis bu’a qabeessumaasaa itti fufuu ibsame. Gamaggamni raawwii hojii walakkaa waggaa…
Waajabila Faanaa Dargaggoon baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebise Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Magaalaa Galamsootti dargaggoon baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebiseera. Dargaggoon Baharuu Fahamii Hasaan…
Oduu biyya keessaa Balaa elektirikaa aanaa Machakilitti mudateen lubbuun namoota 6 darbe Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Machakilitti balaa elektirikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsame. Balichi kan mudate halkan…
Oduu biyya keessaa Hanna Keebiliirratti gaggeeffamurraan kan ka’e tajaajila geejjibaa kennuu hin dandeenye- Tajaajila… Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Hanna Keebiliirratti gaggeeffamurraan kan ka’e tajaajila geejjibaa kennuu kan hin dandeenye ta’uu Tajaajilli Geejjiba Baaburaa salphaa magaalaa …
Oduu biyya keessaa Chaayinaan biyyoota Gaanfa Afrikaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaataa aarifachiisa… Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Chaayinaan biyyoota Gaanfa Afrikaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaataa aarifachiisa akka taasiftu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii waliin… Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariinaa Seereenii waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin haala…