Idil Addunyaa Mormiin lammiilee Sudaan itti fufuu ibsame Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Mormiin Lammiileen Sudaan mootummaa waraanaa biyyattiirratti gaggeessan cimee itti fufuu ibsame. Fonqolcha mootummaa bara darbe gaggeeffame…
Oduu biyya keessaa Kutaan magaalichaa lammiilee godina Matakkal qe’eef qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii… Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Nifaas Silki Laaftoon lammiilee godina Matakkal sababa rakkoo nageenyaan qe’eef qabeenyasaaniirraa…
Oduu biyya keessaa Seenaan Adwaa kabajaa fi birmadummaa waloof obbolummaan wareegamuu nu barsiisa-Obbo Shimallis Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Seenaan Adwaa kabajaa fi birmadummaa waloof obbolummaan waliin wareegamuu fi…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi proojektiin Adwaa kiiloo meetirri zeeroon %75 qaqqabe Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Piyaassaa (Birbirsaa Goorootti) ijaarsisaa kan jiru proojektiin Adwaa kiiloo meetirri zeeroon %75 qaqqabuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan itti gaafatamummaa hoggansa Fooramii Ministeerotaa godaansa hojjettoota naannawaa… Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan itti gaafatamummaa hoggansa Fooramii Ministeerotaa godaansa hojjettoota naannawaa Keeniyaarraa fudhachuu ibsame. Yaa’ii idilee 2ffaa…
Oduu biyya keessaa Qajeelchichi hoggantoota bu’aa gaarii galmeessisaniif sagantaa beekamtii kennuu gaggeesse Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti qajeelchi olaanaan Gamtaa Raayyaa, Barnootaa fi Leenjii hoggantootaa fi miseensota bu’aa hojii gaarii galmeessisaniif…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Adwaa mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’… Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaanni Adwaa 126ffaan mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’ jedhuun Finfinneetti yaadatamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Adwaa sababeeffachuun yeroo 21 Madfiin ni dhukaafama Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaana Adwaa sababeeffachuun yeroo 21 Madfiin ni dhukaafama jedhameera. Ayyaanni Adwaa yeroo 126ffaan guyyaa ni boruu kabajama. Ayyaanicha…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f sadarkaa Proofeesarummaa kenne Ayana Dheressa Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f sadarkaa Proofeesarummaa kenneera. Yuunvarsiitichi ibsa baaseen kutaawwan barnootaa qoratamee, yaa’iiwwan…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran deebisuuf karoora… Sifen Megersa Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) –Lammiilee Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran deebisuuf karoora Koreen Raawwachiiftuu biyyaalessaa qopheesseerratti mari'atameera.…