Lammiileen Ityoophiyaa mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan 20 gara biyyaatti gaggeeffamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan 20 gara biyyaatti gaggeeffamuu ibsameera.
Lammiileen Ityoophiyaa kara seeraan alaa…