Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa sirna badhaasa Madaaliyaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Feb 26, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti ajajni Bahaa sirna badhaasa Madaaliyaa fi sadarkaa kennuu gaggeessaa jiraachuu ibsame Saganticharratti Ittaamaajur…
Oduu biyya keessaa Kirooshiyaan Imbaasiishee Ityoophiyaatti banuuf karoorfachuu ibsite Ayana Dheressa Feb 26, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Kirooshiyaan Imbaasiishee Ityoophiyaatti banuuf karoorfachuu ibsite. Ambaasaaddar Dammituu Hambisaan Daariktar Jeneraala Dhimmoota Siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa talaallii Covid -19 Doozii miiliyoona 400tti hiiqu imalchiisuu ibsame Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid -19 Doozii miiliyoona dhibba 4tti hiiqu biyyoota addunyaa 35 oliif geejjibsiisuu beeksiise.…
Biiznasii Gatiin boba’aa hanga Bitootessa 30, 2014 haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Mootummaan gatiin Boba'aa Gurraandha 19, 2014 hanga Bitootessa 30, 2014tti haaluma ammaa jiruun akka itti fufu murteessuu Ministeerri Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Buraayyuu lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 10… Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Buraayyuu hawaasa Godina Harargee Lixaa hongeef miidhamaniif midhaan nyaataa fi nyaata beelladootaa Birrii miliyoona 10 olitti…
Oduu biyya keessaa Maddi anniisaa Humna Qilleensaa Ayishaa anniisaa Meegaa Waatii 40 maddisiisuuf qophiin xumurame Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti ijaarramaa kan jiru maddi anniisaa Humna Qilleensaa Ayishaa anniisaa Meegaa Waatii 40 maddisiisuuf qophiin xumuramuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Koreen Giddu galeessa Liigii dubartootaa Paartii Badhaadhina Oromiyaa raawwii hojii ijaarsaa fi… Obse Wakgari Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Koreen Giddu galeessa Liigii dubartootaa Paartii Badhaadhina Oromiyaa raawwii hojii ijaarsaa fi siyaasaa qorateera. Liigichi raawwii hojii ijaarsaa…
Oduu biyya keessaa Hongee uumamaan dhufuus beelli bu’aa dhibaa’ummaati-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hongee uumamaan dhufuus beelli bu’aa dhibaa’ummaati jedhaniiru. MM Abiy Ahimad haala waqtaawaa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Dhohiinsa konkolaataa meeshaa waraanaa seeraan alaa fe’ee turerra ga’een lubbuun poolisoota 2 darbuu… Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Goondaritti dhohiinsa konkolaataa meeshaa waraanaa seeraan alaa fe’ee turerra ga’een lubbuun poolisoota 2 darbuu ibsame. Ka’umsi…
Oduu biyya keessaa Hawaasni bulchiinsa magaalaa Sabbataa hawaasa godina Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa… Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Hawaasni bulchiinsa magaalaa Sabbataa hawaasa aanaalee gammoojjii godina Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona…