Oduu biyya keessaa Duulli Galmee Sirna Odeeffannoo Gabaa Hojii eegale Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hojii barbaaddota 600 olii fi intarpiraayizoota kuma 95 ol galmeessuuf kan karoorfate duulli Galmee Sirna Odeeffannoo Gabaa(E-LMIS) hojii eegalamuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Gaaffii dhiyeessii elektirikii biyyootaaf adeemsan deebii kennuuf hojjetamaa jira-HEI Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)-Biyyoota gaaffii dhiyeessii elektirikii Itiyoophiyaaf dhiyeessaaniif adeemsaan deebii kennuuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Jiimii Kaarter hordofee Pireezidaanti Taayyee… Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Du’aan boqochuu Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Jiimii Kaarter hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen gaddi itti dhagahamuu ibsan.…
Biiznasii Riizoortiin Haayilee Jimmaatti tajaajila eegale Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Reezoortiin Hayilee 10ffaan Magaala Jimmaatti Birrii biiliyoona 1.7’n ijaarame tajaajila eegaleera. Rezoortiichi akka naannawaa Kibba Lixaatti kan…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf mari’atame Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf kan kaayyeeffate waltajjiin marii gaggeeffameera. Waltajjii marichaarratti…
Biiznasii Baankichi sosochii tajaajila Maamiltootaa Baatii tokkoof turu eegalchiise Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sosochii tajaajila Maamiltootaa Baatii tokkoof turu eegalchiiseera. Sosochichi mata duree 'Kenniinsa tajaajilaa Caaluun,…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera. Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera. Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booritti qophii Baala Shaayii daawwate Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booritti qophii Baala Shaayii daawwateera. Qophiin biqiltuu baala…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan boruu eegaluun taphatamu Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan boruu eegaluun Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatamu.…