“Imala Iidaa hanga Iidaa” marsaa 2ffaan akka milkaa’uuf qophiin barbaachisu taasifameera jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – “Imala Iidaa hanga Iidaa” gara biyyaa marsaa 2ffaa eegalchiisuuf qophiin barbaachisaan xumuramuu Tajaajilli Diyaasapooraa Ityoophiyaa beeksise.…