Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa eebbifame Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa handhuura Finfinneetti ijaarame, sirna addaan eebbifamuu ibsameera. Gamoon kun“boca…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaaattii waggoottan shanan itti aanan keessatti oomisha Bunaarraa argamu dachaan… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaaattii waggoottan shanan itti aanan keessatti oomisha Bunaarraa argamu dachaan dabaluuf hojjatamaa jiraachuu obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad adeemsa haaromsa Masaraa mootii Abbaa Jifaar daawwatan Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad adeemsa haaromsa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar daawwataniiru. Masaraan Mootii Abbaa Jifaar umrii waggaa 144 kan…
Oduu biyya keessaa Godinichatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu Waajjirri Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaa fi naannawaa Jimmaatti qonna avokaadoo fi muuzii kilaasteraan misoomee fi horsiisa… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Godina Jimmaa fi naannawaa Jimmaatti qonna avokaadoo fi muuzii kilaasteraan misoomee fi horsiisa kanniisaa naanna'uu daawwachuu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Qajeelchi olaanaan Gamtaa Loojastiiksii Raayyaa Ittisaa waraana gaggeeffamaa ture keessatti qooda… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Miseensota Gamtaa Loojastiksii Raayyaa Ittisaa duula gaggeeffame keessatti raawwii hojii olaanaa galmeessaniif beekkamtii fi Guddinni sadarkaa…
Oduu biyya keessaa ABUT carraa nageenyaa laatameefitti kan hin fayyadamne taanaan yeroo kamiiyyuu tarkaanfii irra… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT carraa nageenyaa mootummaan laatameefitti kan hin fayyadamne taanaan yeroo kamiyyuu tarkaanfii irra deebii hin qabne…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa seera Viizaa lammiileen alaa biyyattii keessatti argaman akka… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan biyyattiitti seera Viizaa ga'umsarratti qofa hundaa'uun hojii akka argatan ajeju raggaasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Kutaan magaalichaa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu ibsame Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Kutaan magaalaa Lammii Kuraa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu beeksiiseera. Kutaan magaalaa Lammii Kuraa…
Oduu biyya keessaa Duulli talaallii Covid -19 marsaa 2ffaan akka milkaa’u miidiyaalee fi hoggansi tumsa… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Duulli talaallii Covid -19 marsaa 2ffaan Gurraandhala 7, 2014 eegalee gaggeeffamu akka milkaa'u miidiyaalee fi hoggansi tumsa barbaachisu akka…