Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa ni guddisna- Injinar Taakkalaa Uumaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa kan guddisan ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan ibsan.…