Oduu biyya keessaa Guyyaan Reediyoo idil addunyaa kabajamaa jira Obse Wakgari Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC)- Reediyoon Ityoophiyaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa waliin tamsaan guyyaa Reediyoo idil addunyaa kabajaa jira. Daayreektarri abbaa…
Oduu biyya keessaa ABUT naannoo Affaaritti haleellaa qaqqabsiisaa jiru cimsee itti fufuu ibsame Obse Wakgari Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar godina Kilbaatii Raasuutti haleellaa qaqqabsiisaa jiru cimsee itti fufuu jiraattoonni himaniiru. Gareen kun…
Oduu biyya keessaa Waldichi lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa fi akaakuu taasiise Sifen Megersa Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Waldaan Misooma Oromiyaa lammiilee Gammoojjiwwan Oromiyaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa fi akaaku taasiiseera. Waldichi deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti hongee muudate hordofee adeemsi baruu fi barsiisuu adda cituu ibsame Sifen Megersa Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Naannoo Somaaleetti hongee mudate hordofee godinaalee naannichaa hedduu keessatti adeemsi baruu fi barsiisu adda cituu, Biiroon dhimmoota…
Ispoortii Shaampiyoonaan qaxxaamura biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffame Sifen Megersa Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Hurufa Boombii 39ffaan qaxxaamurri biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffameera. Fiigichicha dura…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan sirna kabaja Raayyaa Ittisaa Ugaandaa 41ffaarratti hirmaataniru Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan affeerraa Preezdaantiin Ugaandaa Yuuweerii Muuseeviinii…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa eebbifame Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa handhuura Finfinneetti ijaarame, sirna addaan eebbifamuu ibsameera. Gamoon kun“boca…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaaattii waggoottan shanan itti aanan keessatti oomisha Bunaarraa argamu dachaan… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaaattii waggoottan shanan itti aanan keessatti oomisha Bunaarraa argamu dachaan dabaluuf hojjatamaa jiraachuu obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad adeemsa haaromsa Masaraa mootii Abbaa Jifaar daawwatan Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad adeemsa haaromsa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar daawwataniiru. Masaraan Mootii Abbaa Jifaar umrii waggaa 144 kan…
Oduu biyya keessaa Godinichatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu Waajjirri Kominikeeshinii Mootummaa…