Oduu biyya keessaa FBC Kitaabilee 2400 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaache Ayana Dheressa May 19, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Faanaa Broordkaastiing Korporeet Kitaabilee kuma 2 fi 400 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaacheera. Dhaggeeffattoonnii fi daawwattoonni hundi adeemsa…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen hojiilee misoomaa jalqabaman akkaataa itti fufsiisuun danda’amu irratti hojjechuu… Ayana Dheressa May 19, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Miidiyaaleen hojiilee misoomaa jalqabaman akkaataa itti fufsiisuun danda'amu irratti hojjechuu akka qaban Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Biiznasii Baatiwwan kurnan darban galiin Birrii biiliyoonni 282.5 walitti qabame Sifen Megersa May 19, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban galiin Birrii biiliyoonni 282.5 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Manni Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota isaaf manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee… Ayana Dheressa May 19, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota isaaf manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kennuuf ta’uu ibsameera. Faawundeeshinichi manneen…
Oduu biyya keessaa Waldaan Misooma Oromiyaa barattoota qaphxii olaanaa galmeessaniif sagantaa beekamtii kennuu… Ayana Dheressa May 19, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa barattoota kutaa 12ffaa bara 2013tti qabxii olaanaa galmeessaniif sirna beekamtii kennuu gaggeessaa jira. Waldichi Mana…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manneen jireenyaa harka qalleeyyii eegalchiisan Ayana Dheressa May 19, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manneen jireenyaa harka qalleeyyii kutaa magaalaa Qiirqoositti eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu… Obse Wakgari May 18, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu Ejansiin Diyaaspooraa ibseera. Ejansichi waamicha…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokkonnin bakka bu’aa addaa Kominishinii Mirga Namoomaa Gamtaa Awurooppaa waliin… Obse Wakgari May 18, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin bakka bu’aa addaa Kominishinii Mirga Namoomaa Gamtaa Awurooppaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Warra Jaarsootti miseensonni Shanee 190 meeshaa waraanaa 30 waliin karaa nagaan harka kennatan Obse Wakgari May 18, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsootti miseensonni Shanee 190 meeshaa waraanaa 30 waliin karaa nagaan harka kennataniiru. Godina Shawaa Kaabaa…
Oduu biyya keessaa Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa preezdaantii biyyattii haaraa muudaman waliin mari’atan Obse Wakgari May 18, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullaahii Hasan preezdaantii Somaaliyaa haaraa muudaman Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’ataniiru.…