Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 131 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Torbee darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuu fi alatti ba'uuf ture Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona…