Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Gibtsi Finfinnee galan Ayana Dheressa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Gibtsii Saamii Shuukrii yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Ministirichi buufata…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa milkaa’aa taasisuu keessatti ga’een uummata magaalaa keenyaa olaanaadha- Aadde… Ayana Dheressa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Yaa’ii Gamtaa Afrikaa milkaa’aa taasisuu keessatti ga’een uummata magaalaa Finfinnee olaanaa ta’uu kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan har’a ni eegala Sifen Megersa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan guyyoota lamaaf gaggeeffamu har'a Waajjira Muummee gamtichaa Magaalaa Finfinnee naannoo Caffee Aannaniitti…
Oduu biyya keessaa Dura ta’aa yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii fi preezdaantoonni biyyoota Afrikaa… Sifen Megersa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo fi Dura ta'aan yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii fi preezdaantoonni biyyoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon kaadhimamtoota Komishinarootaa sabdaneessuummaa Ityoophiyaa akka hammatu yaallameera… Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Adeemsa kaadhimamtoota Komishinaroota maree biyyaalessaa filachuuf adeemame keessatti sabdaneessuummaa Ityoophiyaa akka hammatu tattaaffiin taasiifamuu Af…
Oduu biyya keessaa Akkaatuma karoora Humni waloo nageenyaa kaa’een yaa’iin gamtichaa nageenya isaa eegee… Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Akkaatuma karoora Humni waloo nageenyaa kaa'een yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan nageenya isaa eegee gaggeeffamaa jiraachuu koreen Qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Aljeeriyaa Ambaasaaddar Raamaayaan waliin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jarman hojiilee dhiyeessii Bishaanii fi Anniisarratti tumsaan hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Jarman Isteefan Awarni waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Niijer Mahaammad Baazuumii fi Giddu Gala Ripabliika Afrikaa Proofeesar Agaang… Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Niijer Mahaammad Baazuumii fi Giddu Gala Ripabliika Afrikaa Proofeesar Agaang Toondaaraan yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Filisxeem Mohaammad Shittaay Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Filisxeem Mohaammad Shittaay Finfinnee galaniiru. Mohaammad Shittaay wayita Buufata Xiyyaaraa idil adfunyaa Boolee ga'an Ministira…