Oduu biyya keessaa Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Isaatuu Tooraay Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Jilli Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Kaadhimamtoota Komishinarummaaf eeraman 42 irratti boru yaadni ummataa ni laatama Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Kaadhimamtoota Komishinarootaa Maree biyyaalessaa akka hogganan maloota garaagaraan eeraman 42 irratti boru yaadni ummataa ni laatama jedhame. Boru…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii hoggantooa Gamtaa Afrikaa gabaasuuf hanga ammaatti Gaazexeessitoonni biyyoota alaa 340… Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Yaa'ii hoggantooa Gamtaa Afrikaa gabaasuuf hanga ammaatti Gaazexeessitoonni biyyoota alaa 340 Finfinnee galuu ibsameera. Weerara Covid-19 booda yeroo…
Oduu biyya keessaa Aanaalee 48f deeggarsi yeroo hatattamaa ergamuu eegale- Biiroo Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Somaalee Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Aanaalee 48f deeggarsi yeroo hatattamaa ergamuu eegaluu Biiroon Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Somaalee beeksiise. Lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 98f…
Oduu biyya keessaa Koreewwan sassaabbii deeggarsaa naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 22 fi kuma 600 laatan Ayana Dheressa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Koreewwan sassaabbii deeggarsaa deeggarsa walitti qaban Birrii miiliyoona 22 fi kuma 600 naannoo Afaariif dabarsanii laataniiru. Koreewwan kunneen…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan jalqabamee hanga xumuramutti sochiin Mootar Saayikilii… Ayana Dheressa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan jalqabamee hanga xumuramutti sochiin Mootar Saayikilii dhorkamuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise. Humni Waloo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Mallas Alam Keeniyaatti Daayrektara Olaantuu Waajjira DHMG waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mallas Alam Keeniyaatti Daayrektara Olaantuu Waajjira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Zaaynab Hawaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti baatiiwwan 7n darbanitti dargaggoota kuma 78 fi 630f carraan hojii uumamuu ibsame Ayana Dheressa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti baatiiwwan 7n darbanitti dargaggoota kuma 78 fi 630f carraan hojii uumamuu Waajirri carraa hojii uumuu fi ogummaa godinichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa naannoo Amaaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona… Ayana Dheressa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa dhaabbilee itti waamamoo waliin ta’uun naannoo Amaaraatti lammiilee gocha garee shororkeessaa…
Teeknooloojii Kalaqawwan teeknooloojii jalqabaa hojii uumuu fi qabeenya maddisiisuu danda’aniif eegumsi taasifamuu… Ayana Dheressa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Kalaqawwan teeknooloojii jalqabaa hojii uumuu fi qabeenya maddisiisuu danda’aniif eegumsi taasifamuu akka qabu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…