Oduu biyya keessaa Guyyaan Gootootaa waggaa 81ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa May 5, 2022 0 Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) –Guyyaan Gootoota Ityoophiyaa waggaa 81ffaan kabajamaa jira. Ayyaanichi Siidaa Googootaa magaalaa Finfinnee Kiiloo 4tti bakka gootoonni…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan amantaa dawoo godhachuun badii raawwachuuf socho’aa turan 145… Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Namoonni walitti bu'iinsa Goondaritti uumame bu'uura godhachuun badii raawwachuuf socho'aa turan 145 to'atamuu bulchiinsi magaalaa Adaamaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti maree biyyaalessaa gaggeessuun nageenya waaraa buusuuf tattaaffii… Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti maree biyyaalessaa gaggeessuun nageenya waaraa buusuuf tattaaffii taasiifamu kan deeggaru ta'uu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Mana Maree Naannoo Sidaamaa muudamoota abbootii seeraa 19 raggaasisuun xumurame Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Yaa'iin Mana Maree Naannoo Sidaamaa muudamoota Abbootii seeraa mana murtii waliigalaa fi aanaalee raggaasisuun xumurameera. Manni maree naannichaa yaa'ii…
Oduu biyya keessaa Hariiroo daldalaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaa caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu… Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa Hasan Mahaammad jila Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Soomaaliyaa Abdullaahii Ahimadiin…
Oduu biyya keessaa Qormaatileen Ityoophiyaa muudatan karaa nagaan akka hiikkatu Ameerikaan deeggarsa barbaachisu ni… Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Qormaatileen Ityoophiyaa muudatan karaa nagaan akka hiikkatu Ameerikaan deeggarsa barbaachisu kan taasiiftu ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 29 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 29 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi'aniiru. Deebitoota keessaa kumni 1…
Idil Addunyaa Mooskoon sararoota baaburaa Yuukreen meeshaalee waraanaa biyyoota Lixaarraa argatte ittiin… Obse Wakgari May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Mooskoon sararoota baaburaa Yuukreen meeshaalee waraanaa biyyoota Lixaarraa argatte ittiin imaalchifti jette hojiin ala taasisuushe ibsiteetti. Mooskoon…
Oduu biyya keessaa Jaarmiyaaleen dargaggoota Oromiyaa horsiisee bultoota hongeedhaan miidhamaniif sanyii filatamaa… Obse Wakgari May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Jaarmiyaaleen dargaggoota Oromiyaa horsiisee bultoota hongeedhaan miidhamaniif sanyii filatamaa kuntaala kuma 3 fi 442 deeggarsa taasisaaniiru.…
Biiznasii Ityoophiyaan yaa’ii Albuudaa Idil addunyaa Afrikaa Kibbaarratti qabeenya Albuudaa ishee… Sifen Megersa May 4, 2022 0 Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa’ii Albuudaa Idil addunyaa Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamurratti qabeenya Albuudaa ishee bal’inaan beeksisuuf qophiin xumuramu…