Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa mooshinii dhiyaate raggaasiise Sifen Megersa Oct 6, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga'ii addaa 1ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun mooshinii dhiyaate raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Gurmaai’insa haaraan aangoon Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa 22 ta’uun dhiyaatan Sifen Megersa Oct 6, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Ityoophiyaan haaraan Manneen hojii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii gurmaa’iinsaa dhiyaate raggaasise Sifen Megersa Oct 6, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii aangoo qaamolee hojii raawwachiiftuu mootummaa Federaalaa fi hojmaata murteessuuf ba'e raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Muummee Ministiraa ta’uun muudaman Sifen Megersa Oct 6, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministiraa dhimma Alaa taasiisuun erga dhiyeessanii Manni…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni 3 miseensoota paartii Badhaadhinaa ala ministirummaan muudaman Sifen Megersa Oct 6, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Paartii Badhaadhinaa ala ministiroota sadi kaadhimamummaan dhiyeessaniru. Haaluma kanaan manni…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama ministirootaa raggaasise Sifen Megersa Oct 6, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii addaa 1ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesseen muudama ministirootaa raggaasise. Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa guyyaa boruu sa’aatii 3:30 irraa eegalee yaa’ii addaa ni gaggeessa Obse Wakgari Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii adda 1ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa guyyaa boruu ganamaa sa’aatii 3:30 irraa eegalee ni gaggeessaa.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hundaa’ee nageenyaa fi diinagdeerratti xiyyeeffannoo laatee hojjechuu qaba-Hoggantoota… Obse Wakgari Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)-Mootummaan haara hundeeffamee nageenyaa fi diinagdeerratti xiyyeeffannoo laatee hojjechuu qaba jedhan Hoggantoota Paartilee Siyaasaa. Faanaa…
Oduu biyya keessaa Komishinar Girmaa Seeyfuu wal harkaa fuudhinsa hojii gaggeessan Obse Wakgari Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Komishinara Komishinii Invastimantii ta’uun dhiyeenya kan muudaman obbo Girmaa Seeyfuu wal harkaa fuudhinsa hojii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Federaalaa Uummata Ityoophiyaa mara galateeffate Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa Uummata Ityoophiyaa mara galateeffachuu ibsameera. Komishinichi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa…