Magaalaa Qarree Gohaatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 5.7tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoo magaalaa Qarree Gohaatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 5.7tti tilmaamamu to’atamuu ibsameera.…