Ispoortii Iyvoorii Koost waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate Sifen Megersa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'anii darbuu Iyvoorii Koostii fi Gibtsi gidduutti taphatame olaantummaa Gibtsi xumurameera. Taphni idilee goolii…
Oduu biyya keessaa Liigiin dargaggoota paartii Badhaadhinaa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf walitti qabe Birrii… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Liigiin dargaggoota paartii Badhaadhinaa raayyaa ittisa biyyaa deeggaruu fi jajjabeessuuf deeggarsa dargaggootarraa walitti qabe Birrii miiliyoona 10…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaaf humna waloo sarbama mirga namoomaa qulqulleeffaturratti ibsi… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministeerri Haqaa Ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatota biyyoota Awurooppaa garaagaraarraa walitti babba’aniif sarbama mirga namoomaa kaaba Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Ministeera Fayyaaf deeggarsi maashinii hargansuu nam-tolchee Birrii miiliyoona 30tti tilmaamamu… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministeera Fayyaaf vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhaabbilee barbadaa’an deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsi maashinii hargansuu nam-tolchee 100 Birrii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jibuutiin nageenya daangaa fi shororkeessummaa ittisuuf waliin hojjechuuf kutannoo… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa FDRI fi humni poolisii biyyaalessaa Jibuutii nageenya daangaa fi shororkeessummaa ittisuu fi ijaarsa dandeettii fi odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa kaadhimamtoota komishinii mana maree biyyaalessaaf dhiyaatan keessaa 42 adda baasuu… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota uummataa kaadhimamtoota komishinii mana maree biyyaalessaaf dhiyaatan keessaa 42 adda baasuu Afyaa’iin Mana Marechaa obbo…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti mata duree” dargaggoo sababaawoo badhaadhina biyyaaf” jedhuun dargaggoota kumaatamatti… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Dargaggoota sababaawoo fi olaantummaa yaadaan falman uumuun badhaadhina biyyaalessaa eegalame mirkaneessuu fi fayyadamoo taasisuuf kan dandeessisu…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensa Ityoophiyaa hirmaattota yaa’ii gamtaa Afrikaaf gatii tikeettii hanga %15 hir’isuu… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Daandiin qilleensa Ityoophiyaa hirmaattota yaa’ii hoggantoota gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf gara Ityoophiyaa dhufaniif gatii tikeettii hanga %15…
Oduu biyya keessaa Ittaantuun Preezdaantii Naannoo Hararii fi Afyaa’iin mana maree naannichaa Artist Abraahiim Adam… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ittaantuun Preezdaantii Naannoo Hararii aadde Misiraa Abdallaa fi Afyaa’iin mana maree naannichaa obbo Sulxaan Abdusalaam Hospitaal Jagolitti argamuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaan hojii raawwachiiftuu olaantuu Kiliintan Helzii, Jooy Maafii waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan hojii raawwachiiftuu olaantuu ‘Kiliintan Helzii’ Jooy Maafii waliin mari’ataniiru. Sagantaa…