Magaalichatti ayyaana waliin walqabatee yakkoonni akka hin raawwatamneef qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ayyaana Hiikaan walii walqabatee gabaa fi bakkeewwan birootti yakkoonni akka hin raawwatamneef qophii barbaachisaan xumuramee gara…