Dubartoonni rakkoo hawaas diinagdee ummata Oromoo furuu keessatti ga’ee isaanii ba’achuu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Dubartoonni rakkoo hawaas diinagdee ummata Oromoo furuu keessatti ga'ee isaanii ba'achuu akka qaban Preezidaantii Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa obbo…