Ispoortii Itiyoophiyaa 1 – 1 Keeniyaa Sifen Megersa Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadi gita isaa Keeniyaa waliin qixa bahe. Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Eebbifamuun Hidha Haaromsaa mallattoo bayyanannaa Itiyoophiyaati – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Eebbifamuun Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa mallattoo bayyanannaa Itiyoophiyaati jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan.…
Ispoortii Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa meedaaliyaa warqee malee xumurte Sifen Megersa Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame meedaaliyaa warqee tokkooyuu osoo hin argatin xumurte.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Faayidaa biyyaalessaafi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa… Sifen Megersa Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Faayidaa biyyaalessaafi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa qophummaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Manneen Tajaajila Tola Ooltummaan ijaaraman dabarsanii kennan Tsehay Guluma Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen Tajaajila Tola ooltummaa gannaan ijaaraman kuma 1 fi 671 dabarsanii kennaniiru.…
Ispoortii Taphni har’a Arsenaali fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegama Tsehay Guluma Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 5ffaan taphni har’a Arsenaal Maanchiister Siitiin waliin taphatu hawwiin eegama. Har’a waaree boodaa sa’aatii 10:00…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksiin Dorgommiin Fiigicha Meetira Kuma 5 Dhiirootaan har’a ni gaggeeffama Tsehay Guluma Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaa guyyaa xumuraan har’a dorgommiin fiigicha meetira kuma 5…
Oduu biyya keessaa Sosochiin Tajaajilli tuuristii qulqullina akka qabaatu taasisu eegaluufi Tsehay Guluma Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Sosochiin tajaajilli tuuristii qulqullina akka qabaatu taasisuuf kayyeeffate eegaluufi jedhan Ministirri Tuurizimii Salaamaawit kaasaan. Sosochichi…
Oduu biyya keessaa Wanti hindanda’amne hin jiru…… Tsehay Guluma Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Barataa Gosaa Nageessoo Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 Saayinsii uumamaan qabxii 589 galmeessuun sadarkaa 2ffaa kan argateedha. Gosaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Jijjiirraa baraa Saba Walaayittaa ‘Yooyyoo Gifaataan “ kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 21, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa 'Yooyyoo Gifaataan' sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. 'Yooyyoo Gifaataan' Saba Walaayittaa biratti barri…