Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an gara Maqalee seenu itti…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) –Konkolaattonni deeggarsa namoomaa 85 magaalaa Maqalee qaqqabuu Sagantaan Nyaataa Addunyaa beeksiseera.
Sagantaan Nyaataa Addunyaa fuula miidiyaa hawaasaa…