Oduu biyya keessaa Yaa’iin idilee Mana Maree naannoo Amaaraa har’a ni eegala Ayana Dheressa Mar 24, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Yaa’iin idilee 2ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa Mana Maree naannoo Amaaraa har’a kan eegalu ta’uu ibsame. Yaa’ichi har’aa fi boru kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Girmaa Waaqee walitti qabaa boordii manaajimantii Giruuppii daandii Qilleensaa Ityoophiyaa… Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Obbo Girmaa Waaqee walitti qabaa boordii manaajimantii Giruuppii daandii Qilleensaa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru. Daandiin qilleensichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Tawaldee Gabra Maariyaam fedhii isaaniin aangoo gadi lakkisan Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Hoji raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Ityoophiyaa obbo Tawaldee Gabra Maariyaam fedhii isaaniin aangoo gadi lakkisaniiru. Daandiin…
Idil Addunyaa Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsame Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsameera. Qabeenya Daandii qilleensa bahaa Chaayinaa kan ta’e xiyyaarri…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaa fi Dooktar Liyaa Taaddasaan proojektoota misooma Birrii biiliyoona 1.2 hojjetamaa… Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa fi Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan bulchiinsa magaalaa Arbaa Minciitti hojiiwwan…
Oduu biyya keessaa Kutaa hawaasa hundaatti dhiyaannee dhaggeeffachuu qabna kan jenneef dhimmoonni wal nu marisiisan… Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa hawaasa hundaatti dhiyaannee dhaggeeffachuu qabna kan jenneef dhimmoonni wal nu marisiisan…
Oduu biyya keessaa HR 6600 hariiroo Ityoophiyaa fi Ameerikaa tilmaamama keessa kan galchee miti-Obbo Dammaqaa Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministeera fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Afrikaa Bahaatti Ergamaa addaa Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee Seeneegaalitti Imbaasii Ityoophiyaa tajaajilaa turan daawwatan Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waggoota afuriif tajaajilaa kan turan Seeneegaalitti Imbaasii Ityoophiyaa tajaajilaa turan daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan rakkoo nageenyaa fi qaala’iinsa jireenyaf furmaata waaraa akka laatu jiraattoonni… Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Mootummaan nageenyaa waaraa mirkanneessuu cinaatti qaala’iinsa jireenyaaf furmaata akka laatu jiraattoonni magaalaa Asoosaa gaafataniiru.…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni qormaatilee gurguddoo keessatti hundaa’us injifannoowwan jajjabaa galmeessaa jira… Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Badhaadhinni qormaatilee gurguddoo keessatti hundaa’us injifannoowwan jajjabaa galmeessaa jiraachuu Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…