Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwanii bulchiinsa magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti qabuu beeksiseera.
Biirichi bara baajataa…