Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaa furuuf hawaasa hirmaachisuun hojjetamaa jira – Shafii Huseen
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaa furuuf hawaasa hirmaachisuun xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu, Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi…