Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’isaa gaggeessuu eegale Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi galma Abbaa Gadaatti har’aa fi boruu ni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Mana Maree naannoo Gaambeellaa wixinee labsiiwwannii fi muudamoota dhiyaatan… Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa'ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen wixinee labsiiwwannii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisun xumurameera.…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 fi kuma dhibba 5 fi kuma 20 olitti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise. Torbe darbe…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota oomishaalee bu’uuraa dhoksuun gatii hin malleetti gurguruuf socha’aa… Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Daldaltoota oomishaalee bu'uuraa dhoksuun gatii hin malleetti gurguruuf socha'aa turanirratti tarkaanfiin fudhatame. Tajaajilli nageenyaa fi…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii waancaa addunyaa… Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf tapha deebii gaggeesseen gita isaa Ugaandaa waliin…
Oduu biyya keessaa Proojektiin Gorgoraa damee Turizimii cimsuun diinagdee biyyaa ni utuba – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har'aa qaama maaddii biyyaa kan ta'e proojektii Gorgoraa gamaaggamuu isaanii ibsaniiru. Baatii muraasa…
Ispoortii Atleet Sanbaree Tafariin fiigicha daandirraa walakkaa Maaraatoonii Niwuu York injifatte Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Atleet Sanbaree Tafariin fiigicha daandirraa walakkaa Maaraatoonii magaalaa Niwuu Yorkitti gaggeeffame injifatteerti. Atleet Sanbareen fageenyicha…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 3.6… Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 3.6 sassaabbamuu koree qindeessiituun hidhichaa beeksise.…
Ispoortii Fiigicha xumuraa fageenya meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa 18ffaa Sarbiyaan… Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa fageenya meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa mana keessaa 18ffaa Sarbiyaatti daqiiqaa muraasa booda gaggeeffamuun…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen Sheedootaa fi lafa qonna magaalaaf oolu dargaggootaaf dabarsan Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti Sheedootaa 63 fi lafa qonna magaalaaf oolu 271 dargaggootaaf…