Fiigichi Daandirraa Magaala Baatutti gaggeefame nagaan xumurame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Fiigichi Daandirraa "Haa fiignu Qarqara Haroo Dambal haa qulqulleessinu" mata duree jedhuun Magaalaa Baatuutti gaggeefame hirmaatotaaf beekamtii kennuu…