Diyaaspooraan baatiiwwan 7 darbanitti Doolaara biiliyoona 2.3 ol karaa seera qabeessaan gara biyyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan baatiiwwan 7 darbanitti Doolaara biiliyoona 2.3 ol karaa seera qabeessaan gara biyyaa erguu Ejensiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksise.…