Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Jigjigaa galan Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jiilli Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Miniteera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniniin durfamu har’a ganama Jigjigaa galeera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Biyya bilisa taatetti injifannoo Adwaa akka kabajnuuf wareegamni guddaan kaffalameera- Preezdaant… Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Biyya bilisa taatetti injifannoo Adwaa akka kabajnuuf wareegamni guddaan abbootii keenyaan kaffalameera jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Adwaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ityoophiyaa keessatti argaman Ayyaana Adwaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Ityoophiyaa Eksipoo Dubaay 2020tti kabajamaa jira Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Guyyaan Ityoophiyaa Eksipoo Dubaay 2020tti kabajamaa jira. Saganticharratti Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ayyaana Adwaa 126ffaa ilaachisuun ergaa baga geessanii dabrsaniiru Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin kabaja yaadannoo injifannoo ayyaana Adwaa 126ffaa…
Oduu biyya keessaa Adwaan calaqqee fi fakkeenya bilisummaa Afrikaati- Obbo Jaanxiraar Abbaay Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Adwaan calaqqee fi fakkeenya bilisummaa Afrikaa ta’uu Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsaniiru. Nuti…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo Uummata injifannoo Afrikaanonni ittiin boonan galmeessisedha- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ayyaanni Adwaa ayyaana dhaloota hardhaa fi boruutiif fakkeenya guddaa ta’u ta’uu Ittaanaan Preezdaantii Oromiyaa Obbo Awwalu Abdii ibsan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guutuun…
Oduu biyya keessaa Poolisiin magaalichatti kabaja ayyaana Adwaa guyyaa boruu kabajamuuf daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti kabaja ayyaana Adwaa guyyaa boruu kabajamuuf daandiiwwan konkolaattootaaf cufaa ta’an Poolisiin magaalichaa ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Ibsa koree waloo nageenyaa fi tasgabbiirra laatame Obse Wakgari Mar 1, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaanni Injifannoo Adwaa yeroo 126ffaaf guyyaa boruu mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’…