Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu warshaa ujummoo Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti argamu daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Jilli Sadarkaa Preezdaantii itti aanaatti Qindeessaa kilaastara Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu warshaan ujummoo Oromiyaa Magaalaa…