Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan guyyoottan 15 darbaniif magaalaa Ambootti gaggeeffamaa ture olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurameera.…