Injifannoo Adwaarraa tokkummaa fi Cichoomina baranna – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Injifannoon Adwaa kan wareegamni dhiigaa fi lafee itti kaaffalame injifannoo seenaa addaati jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…