Oduu biyya keessaa Boordichi Yaa’ii waliigalaa ABO ilaalchisee murtoo dabarse Sifen Megersa Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Yaa’ii waliigalaa Paartii Adda Bilisummaa Oromoo ilaalchisee murtoo kennuu beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaan dhimmoota waraanaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan Obse Wakgari Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaan dhimmoota waraanaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru. Waliigalticha raayyaa ittisa biyyatti itti…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii konkolaataa Poolisiitin daddabarfamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Godina Harargee Bahaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona walakkaa olitti tilmaamamuu konkolaataa poolisiitin daddabarfamaa ture to’atamuu…
Biiznasii Fooramiin biiznasii Ityoo-Faransaay Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Hariiroo damee Invastimantii fi diinagdee Ityoophiyaa fi Faransaay gidduu jiru caalmaan guddisuuf Fooramiin biiznasiichaa magaalaaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee waliin dhimmoota lameenii fi… Obse Wakgari Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee waliin dhimmoota lameenii fi naannoorratti mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ashaboo fi adeemsi oomisha isaa fayyaa lammiileerrati miidhaa qaqqabsiisu ilaalchisee qorannoo… Sifen Megersa Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Oomishni Ashaboo fi adeemsi gurgurtaa isaa fayyaa lammiileerrati miidhaa qaqqabsiisu ilaalchisee qorannoo gaggeeffameerratti Ministeerri…
Idil Addunyaa Preezdaant Eerdohaanii fi Vilaadmiir Putiin yeroo itti aanu mariin Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti… Sifen Megersa Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Turkii Rajiib Xaayib Eerdohaanii fi kan Raashiyaa Vilaadmiir Putiin mariin Raashiyaa fi Yuukreen yeroo itti aanu Turkitti…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin IGAD barnootarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Konfiraansiin Mootummoota Misooma Bahaa Afrikaa IGAD barnootarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Marichi ajandaawwan…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Tigraay buqqa’uudhaan magaalaa Samaraa qubataniif deeggarsi taasifame Obse Wakgari Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Tigraay buqqa’uudhaan naannoo Affaar magaalaa Samaraa qubataniif deeggarsi taasifameera. Deeggarsicha Koreen Fannoo Diimaa idil…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa rakkoo hamaa keessa kan galche keessaa tokko waliigaltee dhabuu siyaasaati –… Sifen Megersa Mar 28, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti waliigaltee dhabuu siyaasa hundee gadi fageeffate yeroon itti karaa qaroomina qabuun hiiknu ammaa jedhan, hundeessaafi Dura Taa'aan…