Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Komishinaroota Maree biyyaalessaa muude Sifen Megersa Feb 21, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa har’a gaggeesseen komishinaroota Komishinii Maree biyyaaleessaa muudeera.…
Ispoortii Dorgommii fiigichaa Walakkaa Maraatoonii Raas Al Kaamhaatti gaggeffameen atileetiin Ityoophiyaa… Ayana Dheressa Feb 21, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa Walakkaa Maraatoonii guyyaa kaleessaa Raas Al Kaamhaatti gaggeffameen atileetiin Ityoophiyaa injifatte. Atileet Girmaawwit…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi namoota faalama bishaaniin dhibee garaa kaasaaf saaxilamaanii dabalaa dhufe –… Sifen Megersa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Lakkoofsi namoota faalama bishaaniin dhibee garaa kaasaaf saaxilamaanii dabalaa dhufuu Waajjirri Eeggumsa Fayyaa Godina Booranaa beeksiise. Hongee…
Ispoortii Naannoon Oromiyaa Shaampiyoonaa Ispoortii aadaa biyyaalessaa ta’e Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) –Wal dorgommii Ispoortii aadaa biyyaalessaa 19ffaa fi Feestivaalli agarsiisaa aadaa 15ffaa torban tokkoof qopheessummaa naannoo Amaaraatiin magaalaa…
Oduu biyya keessaa Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasise Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa naannoo Amaaraatti lammiilee garee shororkeessaa ABUTiin miidhamaniif deeggarsa taasise. Manni amantichaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannolee garaagaraa ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Preezdaantonni naannolee garaagaraa hidhi haaromsa guddichaa anniisaa elektirikaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Proojektii hidha haaromsaa guddichi %84 irra ga’e Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Ijaarsi Proojektii hidha haaromsaa guddichi %84 irra ga’uu hojii gaggeessaa olaanaan hidhichaa Injinar Kiflee Horroo beeksisan. Tattaaffii cimaa…
Oduu biyya keessaa Hidhi haaromsaa guddichi fakkeenya tokkummaa keenyaati- obbo Hayilamaariyaam Dassaaleny Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa anniisaa maddisiisuu kan eegale hidhi haaromsaa guddichi fakkeenya tokkummaa keenyaati Muummeen Ministiraa FDRI duraanii obbo…