Imireetoonni Araba Gamtoomanii lammiilee naannoo Tigraayiif deeggarsa midhaan nyaataa Toonii 30…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Imireetoonni Araba Gamtoomanii lammiilee naannoo Tigraay deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsa midhaan nyaataa Toonii 30 erguu ishee beeksiifte.…