Idil Addunyaa Deeggarsi Gamtaa Afrikaa oolu Doolaarri miiliyoona 11.48 ragga’e Sifen Megersa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Komishiniin Gamtaa Afrikaa Fandii Misoomaa Afrikaarraa Deeggarsa Doolaara miiliyoona 11.48 raggaasiseera. Deeggarsi ragga’e Yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa fi Manni Amantaa Kaatolikii damee Finfinnee ijaarsa manneen barnootaaf waliigaltee… Obse Wakgari Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Manni Amantaa Kaatolikii damee Finfinnee ijaarsa proojeektoota manneen barnootaaf waliigaltee mallateessaniiru. Waliigalticha…
Oduu biyya keessaa Itaamaajoor Shuumiwwan Waliigalaa biyyoota baha Afrikaa haala raawwii dirqama Somaaliyaarratti… Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Itaamaajoor Shuumiwwan Waliigalaa biyyoota baha Afrikaa haala raawwii dirqama Somaaliyaarratti mari’ataniiru. Itaamaajoor Shuumiwwan Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu fi saaniteeshiniirratti rakkoolee muudatan furuuf mariin… Obse Wakgari Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)-Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu fi saaniteeshiiniirratti waldaa dhaabbilee ijaarsa waliin rakkoolee muudatan…
Oduu biyya keessaa Balaa ibidda naannoo daangaa Paarkii gaarreen Baaleetti ka’e to’achuuf yaaliin taasifamaa jiraachuu… Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Balaa ibiddaa naannoo daangaa Paarkii gaarreen Baaleetti ka’e to’achuuf yaaliin taasifamaa jiraachuu Biiroo Eegumsa Bosonaa fi Bineensota Bosonaa…
Uncategorized Mootummaan Naannoo Kibbaa lammiilee naannoo Oromiyaa sababa hongeen miidhamaniif kan oolu Birri… Sifen Megersa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibbaa Horsiise Bultoota Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa fi Gujii sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa- MM Abiy Ahmad Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahmad. Kaayyoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Oduu biyya keessaa Hongee naannoo Somaaleetti mudate dandamachiisuuf boolla bishaanii qotuuf mootummaa naannichaa… Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Hongee naannoo Somaaleetti mudate dandamachiisuuf boolla bishaanii qotuuf mootummaa naannichaa waliin qindoominaan kan hojjetamu ta’uu Prezdaantiin…
Ispoortii Gareen Biyyaalessaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu… Sifen Megersa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu hin…
Oduu biyya keessaa Dandeettin Ejensii Nageenya Odeeffannoo yaaliiwwan haleella Saaybarii ittisuu %96 qaqqabe-Dr… Obse Wakgari Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)- Dandeettin Ejensii Nageenya Odeeffannoo yaaliiwwan haleella Saaybarii ittisu %96 qaqqabu Daayreektarri Olaanaa Ejensichaa Dooktar Shuumatee Gizaaw…