Manni Maree Naannoo Amaaraa Bitootessa 15, 2014 yaa’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa Bitootessa 15, 2014 Yaa’ii idilee kan gageessu ta’uu Af Yaa’iin mana marichaa Aadde Faantuu Tasfaayeen ibsaniiru.…