Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo ifoome Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo bara 2013 ifoomeera. Haaluma kanaan :- Saayinsii Uumamaan Barattoota idileef dhiira 363, dubartootaaf 351…
Idil Addunyaa NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale jechuudha jedhan Preezdaantiin Gamtaa Awurooppaa Chaarlas…
Oduu biyya keessaa Daldaltoonni magaalaa Yaaballoo horsiisee bultoota aanaa Yaaballoof Booranaaf hongeen miidhamaniif… Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Daldaltoonni magaalaa Yaaballoo horsiisee bultoota aanaa Yaaballoof Booranaaf hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 71.8tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Torbee darbe keessa Meeshaaleen Kontiroobaandii seeraan ala ba’uu fi galuuf ture Birrii miiliyoona 71.8tti tilmaamamu to’atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tireesii Jaakoobsaan daandii qilleensa Ityoophiyaa daawwatan Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti dhimma raawwachiiftuu mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddarri Tireesii Jaakoobsaan daandii qilleensa Ityoophiyaa daawwataniiru. Daawwannaan…
Fayyaa Duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Guyyaa dhibee sombaa idil addunyaa Bitootessa 15kabajamu sababeeffachuun duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsameera. Duulichi guyyaa har’aa…
Fayyaa Yuunvarsiitiin Wallaggaa duula arjoommi dhiiga eegalchiise Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa hawaasa fi barattoota yuunvarsiiichaatin duula arjoommi dhiiga torban tokkof turu eegalchiiseera. Duulli kun lubbuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2 fi 695…
Oduu biyya keessaa Biirichi maashinii haaraa naayitiroojinii dhangala’aa oomishu bituun giddu gala oomishaa fi raabsaa… Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa maashinii haaraa naayitiroojinii dhangala’aa oomishu Birrii miiliyoona 35 oliin bituun giddu gala oomishaa fi raabsaa…
Oduu biyya keessaa Koreen giddu galeessaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Koreen giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira jedhame. Korichi murtoowwanii fi kallattiiwwan…