Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18 gadii magaalaa Asallaatti eegalame.…