Idil Addunyaa Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabe Sifen Megersa Mar 7, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabuu dhaga’ame. Dhukaasa dhaabuun yeroo kun har’aa eegalee magaaloota Yuukreen…
Idil Addunyaa Sababa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniin gatiin boba’aa haalaan dabalaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Mar 7, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Sababa waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti adeemsifamaa jiruun gatiin boba’aa haalaan dabalaa jiraachuu ibsame. Yeroo ammaa gatiin boba’aa hin…
Oduu biyya keessaa Aanaa Jibaatitti miseensonni waraana Shanee waamicha abbootii Gadaa fudhachuun harka laatan Sifen Megersa Mar 7, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jibaatitti miseensonni waraana Shanee waamicha abbootii Gadaa dhaga’uun karaa nagaan harka laataniiru.…
Oduu biyya keessaa Miidhaa Hongeen Beelladootarraan ga’u qolcahuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad Sifen Megersa Mar 7, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Miidhaa Hongeen Beelladootarraan ga’u qolcahuuf Jallisii Boneen nyaanni beellatootaa oomishamaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Somaalee…
Oduu biyya keessaa Liiqa Phaaphaas Abunee Eefireem boqotan Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawahiidootti kutaa lallabaa Shawaa Kaabaa Waggoota 30 oliif hogganaa kan turan Liiqa Phaaphaas Abunee Eefireem…
Ispoortii Waldorgommiin Ispoortii Dubartoota Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegale Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Ispoortii Dubartootaa Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegaleera. Sagantaa dorgommii Ispoorti dubartootaa kana Hoggantuun…
Oduu biyya keessaa Hariiroo naannolee daangaa ollaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu jiru cimsuuf mariin taasiifame Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo fi Ministira Ministeera Bulchiinsa Fedelaaraa SudaanBuusiinaa Ibraahiim waliin…
Biiznasii Godina Harargee Bahaatti Doolaarri Seeraan alaa kumni 87 to’atame Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Qarsaatti sakattoo konkolaataa deddeebisa ummataa Finfinnee gara Jigjigaatti imalaa turerratti taasiifameen Doolaarri…
Oduu biyya keessaa Sochiin Dubartoota kallattii hundaan ga’oomsuu cimee itti fufa – Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Guyyaan dubartootaa akka addunyaatti yeroo 111ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 46ffaaf mata duree 'Ani waardiyaa obboleettii kootiit' jedhuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad Jila obbo Ahimad Shiideen durfamu waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Preezdaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jila Ministirootaa Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu waliin hongee…