Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Siwiidin waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Siwiidin Anii Liindii waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Shanee 21 Aanaa Meettaa Walqixxeetti karaa nagaan harka laatan Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Godina Shawaa Lixaa aanaa Meettaa Walqixxeetti miseensonni Shanee 21 karaa nagaan harka laachuu waajjirri Dhimmoota Kominikeeshinii godinichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Qorannoo biyyaalessaa dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa irratti mariin gaggeeffame Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Qorannoo biyyaalessaa dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa irratti gaaffilee ka'aniif furmaata laachuuf gargaarurratti mariin gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Komishiiniin Tuurizimii Oromiyaa waggoota shanan dhufanitti galii birrii Biiliyoona 5 argachuuf… Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Komishiiniin Turizimii Oromiyaa waggoota shanan dhufanitti galii birrii Biiliyoona 5 argachuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Komishiinichi waggoota…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfa sadii karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa daddabarsaan to’annaa jala oolan Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfa sadii karaa seeraan alaa rasaasa kilaashii kuma 5 fi 610 naannoo Amaaraa magaalaa Bahiir Daar irra gara Finfinneetti daddabarsaa turan…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa kan keessummeessinu qajeelfama vaayrasii koroonaa hojiirra… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf keessummoota dhufan irraa weerara Covid- 19 ittisuuf Protokoolii vaayrasii koroonaa sirnaan hojiirra…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Mokkonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa waajjirasaaniitti simachuu… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa Abdii Sa’iid Muusee…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa kan keessummeessinu qajeelfama vaayrasii koroonaa hojiirra… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf keessummoota dhufan irraa weerara Covid- 19 ittisuuf Protokoolii vaayrasii koroonaa sirnaan hojiirra…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Dubaay addaan kutee ture Sanbata dhufuu akka eegalu… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Dubaayiitti taasisuu addaan kutee ture Sanbata dhufuu akka eegalu beeksiseera. Weerara vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Miseensonni diysaapoora waamicha fudhachuun gara biyyaa dhufaan sodaa balaaf deeggarsa Birrii… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Miseensonni diysaapoora waamicha fudhachuun gara biyyaa dhufaan sodaa balaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasisuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…