Hojjettoonni hamma galii taaksii hir’isuun Birrii miiliyoona 3.7 matta’aa fudhachuuf turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Maallaqa galii taaksii olaanaa ta'e hir’isuun Birrii miiliyoona 3.7 matta’aa fudhachuuf turan harkaaf harkatti…