Dhaabbanni Nama Namaaf lammiilee rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasiisu cimsee itti fufuu qaba…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) –Dhaabbanni Nama Namaaf lammiilee rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasiisu cimsee itti fufuu akka qabu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waamicha…