Kolleejjiin Fayyaa Yuunvarsiitii Baahirdaar barattoota 457 ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Kolleejjiin Fayyaa Yuunvarsiitii Baahirdaar barattoota 457 ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiiseera.
Kolleejjichi barattoota 383 digrii…