Oduu biyya keessaa Qindoominni Dubartoota Ityoophiyaa addunyaa hundaa’e Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Dubartoonni Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jiran miseensa ta'uun muuxxannoo fi beekkumsa isaanii waloon fayyadamoo kan taasiisu Qindoominni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaman dandeettii guutuun gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) - Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaman dandeettii guutuun gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Qophii…
Oduu biyya keessaa Manneen amantaa hundi barbaachisummaa nageenyaa barsiisuu hojiisaanii jalqabaa taasisuu akka qaban… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Manneen amantaa hundi barbaachisummaa nageenyaa barsiisuu hojiisaanii jalqabaa taasisuu akka qaban abbootiin amantaa ibsan. Yeroo dhiyoo as…
Oduu biyya keessaa Barreessaa olaanaan Dhaabbata Misoomaa DhMG miidhaa gareen Shororkeessaa ABUT godina Walloo… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Barreessaa olaanaan Dhaabbata Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Tuurhaan Saalihi fi hoggantoonni dhaabbatichaa miidhaa gareen Shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Waloo Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa irratti dhimmoonni ijoon Ityoophiyaan kaaste fudhatamummaa… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Yaa’ii Waloo Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa 6ffaa irratti dhimmoonni ijoon Ityoophiyaan kaaste fudhatamummaa argachuu Beeljiyeem, Luuksanbargii fi…
Oduu biyya keessaa Labsii haaraa Soorama hojjettoota mootummaa fi dhuunfaa tibbana ragga’e Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Ji’aan mindaa hojjetootarraa Birriin walitti qabamu dabalaa dhufuun yeroo ammaa Birrii biiliyoona 4.7 ga’uu ibsameera. Namoota miiliyoona 1…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan human galaanarraa ammayyaa ijaaraa jiraachuu hubanneerra- Jila Humna Galaanaarraa… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Jilli Humna Galaanarraa Federeeshinii Raashiyaa Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanarraa Ityoophiyaa daawwatan. Mootummaan Raashiyaa mootummaa…
Oduu biyya keessaa Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu… Obse Wakgari Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu beeksiseera. Dhaabbatichi kana dura bu’uura labsii…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti ijaarsi proojekti jallisii bishaan lafaa jalaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi… Obse Wakgari Feb 18, 2022 0 \Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Godina Booranaatti ijaarsi proojekti jallisii bishaan lafaa jalaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 53 akka eegaluu ibsameera. Ministir…
Oduu biyya keessaa Dallaa Jagol daawwattootaaf hawwataa taasisuuf hojiin miidhagsuu hojjetamaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Dallaa Jagol daawwattootaaf hawwataa taasisuuf hojiin miidhagsuu hawaasa hirmaachise hojjetamaa jiraachuu Biiroon Aadaa, fi Tuurizimii naannichaa…