Ityoophiyaanonni hundi uummata Afaar cinaa akka dhaabbatu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Haleellaa gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaar irratti raawwachaa jiru qolachuu fi bakka seenetti hambisuuf humni addaa naannoo Afaar, Milishaa fi…