Naannoo Somaaleetti daandiin cirrachaa Birrii miiliyoona 155 hojjetame tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Daandiin Cirrachaa Hartisheek - Harshiin Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 55’n hojjetame eebbifamuun…