Rasaasni kumni 19 ol karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)-Rasaasni kumni 19 fi 447 fi shugguxiin 3 ka’umsa isaa naannoo Amaaraa iddoowwan adda adda taasisuun karaa seeraa ala daddabarfamaa ture to’anna jala…